press

Haawasni magaalaa Roobee fi Naannooshetti argamtaniif, Yooyyaa!-Guyyaa boruu Dilbata 22.10.2017 Baalee Roobee, magaalaa Roobeetti. Sa’aatii 6:30 irraa eegalee, kitaabni “Wabii Boruu” jedhu, kan shamarree “Hayaat H/Kimootiin” barraa’e. galma Abbaa Gadaatti haala hawwataa ta’een kan eebbifamu ta’a. Egaa maarree, haawasni magaalaa Roobee fi naannoosheetti argamtan hundi keessanuu, guyyaa seena qabeessaa fi adda ta’e kana irratti argamuudhaan, dhangaa guyyaa kanaa akka kudhaamattan isiniin jenna!

Leave a comment

Design a site like this with WordPress.com
Get started